Waltajjii kee filadhu
Android
Psiphon VPN
Appii Psiphon VPN bilisaan Google Play Store irraa buufadhaa.
Biyyoota hunda keessatti hin argamu.
Android 7.0 fi isaa ol irratti qofa argama
Android 6 yookiin isa duraa? Ijaarsa duraanii argadhu
iOS
Psiphon VPN
Appii Psiphon VPN iPhone fi iPad-f tolaan App Store irraa buufadhaa.
Biyyoota hunda keessatti hin argamu.
iOS 16 fi isaa ol irratti qofa argama
macOS
Appiin Psiphon dhalataan macOS hojjetamaa jira.
Windows
Psiphon Windows-iif (Duraanii)
Appii Windows keenya kan duraanii gara netwoorkii Psiphon tti walqunnamsiisuuf. Amalloonni muraasni appiiwwan keenya haaraa keessatti argaman hin deeggaraman.
Windows 10 fi 11 irratti hojjeta.
Madda banaa · Galmeen sochii hin jiru · Bara 2006 irraa eegalee kan hojjetu